Ephesians 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Wayyichi, “Inni gara gubba'aa yennaa ol baye, boojuu hedduu booji'ee, namootaaf kennansa kenne” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, gaafa inni gubba olkore worra hid'ani heddu ufi gula fuud'e, namale wo kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf barreessiin qulqulloon, “Innii gaafa Waaqaa gubbaatti olba'e warra hidhan hedduu ufi gula fudhee, namaallee wa kenne” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf, «Hennaa ol baye, boojuu hedduu booji'ee, namootaaf kennaa kenne» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf, «Hennaa ol baye, boojuu hedduu booji'ee, namootaaf kennaa kenne» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, «Gara olii yeroo bayetti booji'amittoota baayi'ee qabatee ni deeme, namootaaf'llee kennaawwan ni kenne» akkuma jedhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi, «Inni gara gubba'aa yennaa ol baye, boojuu hedduu booji'ee, namootaaf kennansa kenne» jedha.