Ephesians 4:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma, “Ol baye” jechuun maan jechuu isaa ti? Duraan dursee biyya lafaa tana keessa addee gad aantu'utti gad dhufeera jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, Inni gubbaa olkore jechuuni maani? Qaraa fiit'e inni gadi bue jetti lafa jalati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba, “Innii Waaqaa gubbaatti olba'e” jechuun maal? Qaraa fiixee innii lafa jaalaatti gad bu'e jechu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu, «Ka ol baye» jechuun ka gara lafa gadi fago'ootitti gadi bu'e jechu'u malee maal jechu'uu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu, «Ka ol baye» jechuun ka gara lafa gadi fago'ootitti gadi bu'e jechu'u malee, maal jechu'uu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa kun, «Gara olii ni baye» dubbiin jedhu, durssee gara arddii kanaa, arddi'ii'llee gara bakka gad aanttuu bu'uu isaa yoo ta'e malee, ka bira'aa maal muldhisa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, «Ol baye» jechuun maan jechuu isaa ti? Duraan dursee biyya lafaa tana keessa addee gad aantu'utti gad dhufeera jechu'u.