Ephesians 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hujii dukkanaa, ta bu'aa hin qanne san, ifatti baasa'a malee, itti hin hirmaatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama waan woma imbaane tolchu, ka dukana fed'u, lagad'a. Ammo waan suni diidati baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama waan homaa hinbaane tolchu, ka dukkana fedhu, diidaattii baassaa mallee, waan isaa keessaa hinseeninaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii dukkanaa ka daraaraa hin qabne woliin wol hin ta'inaa'a, caala'atti ammo isaan ifatti baasaa malee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hujii dukkanaa ka daraaraa hin qabne woliin wol hin ta'inaa'a, caala'atti ammoo isaan ifatti baasaa malee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara ifaa baasa'aatii saaxileessa'aanii malee, firii dhabeessa ka ta'e hujii dukkanaa woliin hin hirmaanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii dukkanaa, ta bu'aa hin qanne san, ifatti baasa'a malee, itti hin hirmaatina'a.