Ephesians 5:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille ifi waan mara mudhisa. Tanaaf, “Ati ka rafiisatti jirtu, dammaqi! “Du'a keessaa ka'i! “Kiristoos si'iif hin issa” jedhame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti mullisani suni ch'ufti ifsaa taati. Wonti, Kai, nama rafe, duisa keesaa kai, Kristoni siti ifsa jed'aniifi tana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
wantii mullisan sun cuftii ibsee taati; wantii, “Ka'ii, nama rafe, du'a keessaa ka'i, Kiristoon sii ibsaa” jedhaniif tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mudhatu maruu ifa waan ta'eef, «Ati ka raftu dammaqi! worra du'an keessaa ka'i! Kiristoos sii ibsaa» jedhame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka mudhatu maruu ifa waan ta'eef, «Ati ka raftu, dammaqi! worra du'an keessaa ka'i; Kiristoosi si'iif ibsa» jedhame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ifatti ka muldhatu marrinuu ifa, kanaaf, Ati ka mugiddu dammaqi! worra du'an irraa'llee fooyamiitii ka'i! Kristos'llee si ni ibisa jedhamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille ifi waan mara mudhisa. Tanaaf, «Ati ka rafiisatti jirtu, dammaqi! Du'a keessaa ka'i! Kiristoos si'iif hin issa» jedhame.