Ephesians 5:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barri kun hamaa waan te'eef, yennaa dagu'uu maratti fayyadama'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo qoomni argattani ch'ufa waan dansa tolcha, bari kuni hama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barii kun hamaa yo qoommii argattan cufaa waan dansaa tolchaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyoonni waan hammeeyyii ta'aniif, carraa qabdan maratti fayyadamaa'a;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyoonni hammeeyyii waan ta'aniif, carraa qabdan maratti fayadamaa'a
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barri kun hamaa waan ta'eef, yeroo ta'e kamittuu fayyadamaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri kun hamaa waan te'eef, yennaa dagu'uu maratti fayyadama'a.