Ephesians 5:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fedhiin Gootta'aa maan akka teete hubadhaa malee, gowwoolee hin te'ina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Indaallaina, fed'i Aabbo Waaqaa hubad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hindaalla'inaa, fedhii Aabboo Waaqaa hubadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf fedhiin Rabbii maal akka ta'e hubadhaa malee, gowwoota hin ta'inaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf fedhiin Rabbii maal akka ta'e hubadhaa malee, gowwoota hin ta'inaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf fedhiin Goofta'aa maal akka taate hubadhaa malee, gowwoota hin ta'inaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fedhiin Gootta'aa maan akka teete hubadha'a malee, gowwoolee hin te'ina'a.