Ephesians 5:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaana Woyyichaan guutama'a malee, daadhii woyni'ii ta isin balleessituun, hin machowina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daad'iini imachaiina, wonti kuni isani balleesiti; ammo Lubbuuni Waaqaa isani guutiinna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daadhiin hinmacha'iinaa, wantii kun isan balleesiti; fulaa sun hafuura Waaqaatiin guutamaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana Woyyu'uun guuttamaa malee daadhii woyini'iitiin hin machaayinaa'a; kun xaarii waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaana Woyyu'uun guuttamaa malee, daadhii woyini'iitiin hin machaayinaa'a, kun xaarii waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara badi'ii ka isin eemaru waan ta'eef daadhii woyinni'iitiin hin machaayinaa, kana irra Hafuura Qulqullu'uun guuttamaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaana Woyyichaan guutama'a malee, daadhii woyni'ii ta isin balleessituun, hin machowina'a.