Ephesians 5:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Kiristoos nu jaallatee, akka kennansa uddowa'aa fi woreega Waaqa gammachiisuu, jiruu ifii akkuma nu'uuf kenne, isinille jaalalaan jiraadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalala keesa yaa, akuma Kristoni nu jaalate jireenna ufii nuu baase, sorio dansa fooleeni isii Waaqa gammachiiftu nuu tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Kiristoon nu jaalatee, sooriyoo dansaa fooleen Waaqaa gammachiiftu, nuu ta'ee lubbuu ufii nuu kennee, isaniilleen jaalalaan jiraadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Kiristoos isin jaalate, kenna'aa fi ciincaa urgaayaa uf godhee Rabbiif uf kenne, isinillee jaalalaan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Kiristoos isin jaalate, kenna'aa fi ciincaa urgaayaa uf godhee Rabbiif uf kenne, isinillee jaalalaan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos akka nu jaalatee fi foolii mishaa Waaqa gammachiisuu ka qabu kenna'aa fi kitimaa taasisee lubbuu isaa waayee keennaaf dabarssee akkuma kenne, isin'llee jaalalaan jiraadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Kiristoos nu jaalatee, akka kennansa uddowa'aa fi woreega Waaqa gammachiisuu, jiruu ifii akkuma nu'uuf kenne, isinille jaalalaan jiraadha'a.