Ephesians 5:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maqaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, waan maraaf, yennaa mara, Waaqa Abba'aaf galata galcha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa keesafi hojja ch'ufa Waaqa Aabbo galata deebisa, maqa Aabbo Yeso Kristotiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufaa keessaa fi yo cufaa Maqaa Aabboo Yesus Kiristootiin Waaqaa Abbaatii galata galchaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa waan maraafuu maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin Waaqa Abbaa keenna waa maraafuu galatoonfadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa maraa waan maraafuu maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin Waaqa Abbaa keenna waa maraafuu galateeffadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maqaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin waayee waan maraatiifuu, Waaqa Abbaa yeroo mara galateeffadha'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, waan maraaf, yennaa mara, Waaqa Abba'aaf galata galcha'a.