Ephesians 5:26 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni wolde'a kiristaanaa karaa Jecha ifiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee, Waaqaaf woyyoonsiisaaf tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka gumi ufi qulqulleesu waan kana tolche, dubbi ufitiini, eegi bisaaniini d'iqe,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii eegii bisaan dhiqe, akka dubbii ufiitiin gumii ufii qulqulleessu waan kana tolche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Woldaa Kiristaanaa dubbii ufiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee Rabbii Woyyoomsu'uuf kana godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos kana ka taasise woldaya amanti'ii Qulqullaawomssu'uuf barbaadeeti ka isii Qulullaawomssee'llee, karaa dubbii isaatiin bishaaniin miiceeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni wolde'a kiristaanaa karaa Jecha ifiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee, Waaqaaf woyyoonsiisaaf tana godhe.