Ephesians 5:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre akkasiin xurii yookiin shuntuurata fuulaa yookiin wonni hantuun akkasii irratti adoo hin dhaggamin, Woyyicha, ka komii hin qanne, shaggaa godhee, wolde'a kiristaanaa gara ifii dhikeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka gumi isaa ila ufi duraani d'ufu, mid'aagumafi qulqulloomaani, wollaalafi bobotolefi waan qit'e intahiini male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka gumii ufii midhaagumaa fi qulqulloomaan, wallaalaa fi bobottollee fi waan qixxee hintahiin malee ila ufii duraan dhufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xurii yookaan fuula qonshooruu yookaan wonti akkana jiru kun uduu isii irratti hin taane, woyyitti'ii fi ta mudaa hin qabne akka taatu, woldaa Kiristaanaa kabajjamtuu ta ufii godhatuu barbaade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Xurii yookiin fula qonshooruu yookiin waan akkana jiru uduu isii irratti hin taane, woyyitti'iif ta mudaa hin qabne akka taatu, woldaa Kiristaanaa kabajjamtuu ta ufii godhatuu barbaade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa kanaan huubinni yookiin wolitti guuramuu fuulaatiin yookiin kana ka fakkaatu waan badaa bira'aa uduu isii irratti hin argamin, Qulqullittii, ta mudaa hin qabnnee fi bareedduu taasisee, gara mataa isaa ni dhiyeessaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre akkasiin xurii yookiin shuntuurata fuulaa yookiin wonni hantuun akkasii irratti adoo hin dhaggamin, Woyyicha, ka komii hin qanne, shaggaa godhee, wolde'a kiristaanaa gara ifii dhikeessa.