Ephesians 5:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma, abbootiin manaa akkuma nafa ifii jaallattu haadhotii manaa ifiille jaallatuu ti. Ka haadha manaa ifii jaallatu ifi jaallata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirti aka ufi jaalattu niiti ufi jaalachu malte. Nami niiti ufi jaalatu ufi jaalata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhiirtii akka ufi jaalattu niitii ufii jaalachuu malte. Namii niitii ufii jaalatu ufi jaalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma abbaan manaa akka nafa ufiititti haadha manaa ufii jaalachuun isaan barbaachisa. Ka haadha manaa ufii jaalatu uf jaalata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma abbaan manaa akka nafa ufiitiiti haadha manaa isaanii jaalachuun isaan barbaachisa. Ka haadha manaa ufii jaalatu uf jaalata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana abbootiin worraa akkuma mataa isaanii jaalatantti haawotii worraa isaanii jaalachuun isaan irra ni jira, haadha worraa isaa ka jaalatu mataa ufii ni jaalata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, abbootiin manaa akkuma nafa ifii jaalattu haadhotii manaa ifiille jaalatuu ti. Ka haadha manaa ifii jaalatu ifi jaalata.