Ephesians 5:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi, “Sababa kanaaf nami haadhaa fi abbaa lakkisee, haadha manaa ifiititti maxxana; lamaanuu tokko hin te'an” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi t'aafiini, d'iirti abbaafi haad'a ufi lakifte niiti ufitiini taka taati, jari lamaani nafa takaa taha jetti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatif barreessiin, “Dhiirtii abbaa fi haadha ufii lakkiftee niitii ufitiin takkaa taati, jarii lamaan nafa takkaa taha” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu namni haadhaa fi abbaa ufii hin dhiisa; haadha manaa ufiititti maxxana; isaan lamaanuu foon tokko ta'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu namni haadhaa fi abbaa ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiititti maxxana. Isaan lamaanuu foon tokko ta'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waayee kanaan naminni haadhaa fi abbaa isaa dhiisee, haadha worraa isaatiin wolitti ni maxana, lamaanuu qaama tokko ni ta'an» jedhamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi, «Sababa kanaaf nami haadhaa fi abbaa lakkisee, haadha manaa ifiititti maxxana; lamaanuu tokko hin te'an» jedha.