Ephesians 5:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kun dhossaa guddo'o; ani marroo Kiristoosiitii fi marroo wolde'a kiristaanaa dubbatiisatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi d'uga guddoti t'aafi tana keesa mullata; isiini, mala kiyya, Kristofi gumi Waaqale baanti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii dhugaa guddootti barruu tana keessaa mullata; isiin, akka mala kiyyaatti, Kiristoo fi gumii Waaqaa baanti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun dhossaa gudda'a, ani ammo kana waan Kiristoosiitii fi waan woldaa Kiristaanaatiif jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kun dhossaa gudda'aa, ani ammoo kana waan Kiristoosiitiif waan woldaa Kiristaanaatiif jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhossaan kun ol aana'aa, kana'llee ka jedhu waayee Kristositii fi waayee woldaya amanti'ii fakkeenna taasiseeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun dhossaa guddo'o; ani marroo Kiristoosiitii fi marroo wolde'a kiristaanaa dubbatiisatti jira.