Ephesians 5:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, isin martinuu akkuma ifi jaallattanu haadha manaa teessan jaalladha'a; haati manaalle abbaa manaa ifii ulfeessituu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isanile imbaanti: d'iirti ch'ufti niiti ufii aka ufi jaalattu jaalachu malte; nad'eenileeni d'iirsole ufiiti ha saalfattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo isaniillee inbaanti; dhiirtii cuftii niitii ufii akka ufi jaalattu jaalachu malte; nadheelleen dhiirsota ufiitii ha saalfattuu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta'ullee isin keessaa akkasuma ammo marti keessanuu akkuma uf jaalattanitti haadha manaa teessan jaaladhaa'a; haati manaallee abbaa manaa ufii haa kabajjituu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ta'ullee isin keessaa akkasuma ammoo marti keessanuu akkuma uf jaalattanitti haadha manaa teessan jaaladhaa'a; haati manaallee abbaa manaa ufii haa kabajjituu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu wonitti kun isin'llee ni laala, kanaaf abbaan worraa hadha worraa isaa akka mataa isaa taasisee haa jaalatu, haati worraa'llee abbaa worraa isi'ii haa kabajitu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, isin martinuu akkuma ifi jaalattanu haadha manaa teessan jaaladha'a; haati manaalle abbaa manaa ifii ulfeessituu ti.