Ephesians 5:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle dubbii dharaatiin isin hin sobin; sababa waan kanaatiif mufiin Waaqaa worra isaaf hin ajajanne irratti hin dhutti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni dubbi kiyyiba ta d'aratiini isani insobini: maro waan kanatifi dalansuuni Waaqa worra isaa inch'aqamneti d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokkolleen dubbii kiyyibaa ta dharaatiin isan hinsobin; marroo waan kanaatiif dallansuun Waaqaa warra isaa hincaqamneetti dhufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf ijoollee hin ajajamne irratti lolli Rabbii waan dhufuuf eennullee dubbii duwwa'aan isin hin sobin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf ijoollee hin ajajamne irratti lolli Rabbii waan dhufuuf, eennullee dubii duwwa'aan isin hin sobin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababa wonittoota kanniiniitiin namoota hin ajajaminne irratti dheekkamissi Waaqaa waan dhufuuf, eennu'llee haasaya tasaatiin isin hin sobin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle dubbii dharaatiin isin hin sobin; sababa waan kanaatiif mufiin Waaqaa worra isaaf hin ajajanne irratti hin dhutti.