Ephesians 6:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona, Gotta'aa fi hunna isaa jaddu'uun jabaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi buufata, Aabbo keesa jabaad'a, irre isaa guddooni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Armaa achi, karaa Aabbootii fi irree isaa guddoon jabaadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hafeen worra Goofta'aaf hunna isaa cima'aan jabaate ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan hafeen worra dandeetti'iif jabeenna Goofta'aatiin jabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan hafeen Goofta'aa fi huminna isaa ol aana'aan jabaadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona, Gootta'aa fi hunna isaa jaddu'uun jabaadha'a.