Ephesians 6:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maltummaa Seexanaatiin mormuu akka dandeettanu, meya woraanaa ka Waaqaa duudii hidhadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miha lola ka Waaqi isanii kennu ch'ufa guurad'a, aka malte Sheet'ana dabsattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka maltee sheexanaa dabsattan, miha lolaa ka Waaqii isanii kennu cufaa guuradhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka soba daabiloosii mormuu dandeettan mi'a woraanaa ka Rabbii maraa uffadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka soba daabiloosii mormuu dandeettan mi'a woraanaa ka Rabbii maraa uffadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hujii sheexanaa ka dabaa mormmu'uuf akka danddeettan, meeshaa woraannaa ka Waaqaa maraa uffadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maltummaa Seexanaatiin mormuu akka dandeettanu, meya woraanaa ka Waaqaa duudii hidhadha'a.