Ephesians 6:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wodhaantoon teenna ilmaan namaatiin mormiisa adoo hin te'in, bulchitoota, worra baallii qabanuu fi hunna biyya lafaa ta dukkanaa tana ka te'ane, irree ayyaana hamaallessa ol-gubba'aatiin mormiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nu namaani woli had'uuti injirru, ammo qilleensa hama lafafi gubbatiini wolhad'u jirra, jabeennaafi irre gubba ta bara dukana kanale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif nu namaan wali hadhuutti hinjirruu, ammoo hafuura hamaa lafaa fi gubbaa jiru, ka jabeennaa fi irree gubbaa ta bara dukanaa ta'een walhadhuutti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wondhaansi keenna dhiigaa fi foon woliin waan hin taaneef; bulchoota, worra baallii qaban, bulchoota abbaa dukkanaa ka adunyaa tanaa, worra samii keessa jiran loltoota ayyaana hammeeyyi'ii woliin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wondhaansi keenna dhiigaa fi foon woliin waan hin taaneef, bulchoota, worra baallii qaban, bulchoota abbaa dukkanaa ka adunyaa tanaa, worra samii keessa jiran loltoota ayyaana hammeeyyi'ii woliin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waraanni keenna namootaan woliin uduu hin ta'in, bara dukkanaa kanatti worra hojjatan bulchitoota, worra aangoo qabanii fi huminnoota biyya lafaa kanaa jechuun, samii ka jiran hoomaa hafuurota battiiwwanii woliin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wodhaantoon teenna ilmaan namaatiin mormiisa adoo hin te'in, bulchitoota, worra baallii qabanuu fi hunna biyya lafaa ta dukkanaa tana ka te'ane, irree ayyaana hamaalessa ol-gubba'aatiin mormiisa.