Ephesians 6:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre guyyaa hamaa san, hunna diinaa adhatiisa akka dandeettanuuf, waan mara muummesitanee, jabaattanee dhaabbatiisa akka dandeettanu, meya Waaqaa ka woraanaa mara hidhadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi ammatana miha lola ka Waaqa olfud'ad'a! Duuba yo guyyaani hamaani d'ufe dandeetani irre nyaapa dabsattani, aka eegi haatanile duddaduuba indeebine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akka yo guyyaan hamaan dhufe dandeetanii irree nyaaphaa dabsattanii, eegii haataniillee duddaduuba hindeebinee, ammaatana miha lolaa ka Waaqaa hidhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf gaafa hamaa dhaabachuu akka dandeettan mi'a Rabbii ka lolaa maraa hidhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf gaafa hamaa dhaabachuu akka dandeettan, mi'a Rabbii ka lolaa maraa hidhadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf guyyaa hama'atti huminna diinaa ufi irraa ittisu'uuf akka dandeettanii fi maraa raawwattanii jabaattanii dhaabachuu akka dandeettaniif, meeshaa Waaqaa ka woraanaa guutuu ol fuudhaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre guyyaa hamaa san, hunna diinaa adhatiisa akka dandeettanuuf, waan mara muummessitanee, jabaattanee dhaabbatiisa akka dandeettanu, meya Waaqaa ka woraanaa mara hidhadha'a.