Ephesians 6:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, dhugaa akka hiitu'uu hidha keessanitti hidhada'aatii, balchummaa akka qomoo sibiilaa kayadha'aa dhaabbadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi kurfo taa, eegad'a: d'uga aka gurda hid'aanati hid'ad'a; dubbi d'ugatiini hameenna qoma teesani iraa d'owad'a,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf kurfoo taa,aa eegadhaa; dhugaa akka gurdaa hidhaanaatti hidhadhaa; qajeelummaan hammeenna qoma teessan irraa dhowwadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa mudhii keessan dhuga'aan hidhadha'aatii, qajeellummaa akka meeshaa woraanaatitti qomatti uffadha'aa dhaabadhaa'a;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa mudhii keessan dhuga'aan hidhadha'atii, qajeellummaa akka qomoo sibiilaatitti uffadha'aa dhaabadhaa'a; Oduu nagayaallee akka kophe'ee lukatti godhadha'aatii qophaaya'aa dhaabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa dhugaa akka sinnara hidha keessantti hidhattanii, jireenna mishaa akka meeshaa woraanaa titti uffattanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, dhugaa akka hiitu'uu hidha keessanitti hidhadha'aatii, balchummaa akka qomoo sibiilaa keyadha'aa dhaabbadha'a.