Ephesians 6:15 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wongeela nageyaallee akka Kophe'ee miilatti keyadha'aatii qophowa'aa dhaabbadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kurfo taa, aka hojja ch'ufa Odu Dansa ta nagaya aka kobe keyattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka yo cufaa oduu dansaa nagaa akka kophee keeyattan kurfoo taa'aa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii nagayaallee akka kophe'ee lukatti godhadha'aatii qophaaya'aa dhaabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
wongeela nagayaa akka kophee miila keessantti godhattanii, qophaayu'uun dhaabadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wongeela nageyaalle akka Kophe'ee miilatti keyadha'aatii qophowa'aa dhaabbadha'a.