Ephesians 6:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kana mara woliin, daayota hamaallessaa ka bobe'u mara, dhugeeffannaa ittiin dhaanfuu dandeettanu, akka wonte'ee qabadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa d'ugefacha aka wonte baad'a; aka t'iya bobeetu ta Hamaani Kaani darbatu d'aamfitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka xiyyaa bobeettu ta hamaan Kaan darbatu dhaamfitan yo cufaa dhugeeffachaa akka wantee qabadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maraa irratti edaatanii darbata bobaya hammeennaa mara akka dhaamsuu dandeettan wontee amanti'ii ol fuudha'aa qabadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maraa irratti edaatanii darbata bobaya hammeennaa mara akka dhaamsuu dandeettan woontee amanta'aa ol fuudha'aa qabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana maraan olitti akka ibiddaa titti ka bobayan xiyyaawwan sheexanaa maraa ittiin balleessuu ka dandeettan, amantii akka wonte'ee titti qabadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana mara woliin, daayota hamaalessaa ka bobe'u mara, dhugeeffannaa ittiin dhaanfuu dandeettanu, akka wonte'ee qabadha'a.