Ephesians 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fayyinna akka gullee sibiilaa keyadha'a; Jecha Waaqaa ka Ayyaanni Woyyichi isinii kennulle akka goraade'ee qabadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baafama aka ruufa marad'a, dubbini Waaqaleeni ha sheefti Lubbuuni isanii kennitu taatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Baafama akka koofiyaa sibiilaa keeyyadhaa, dubbiin Waaqaalleen ha goraadee hafuurii isanii kennu taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fayyinna akka gulloo sibiilaatitti mata'atti godhaa'a; guraadee Ayyaanaa qabadhaa'a; innillee dubbii Rabbiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fayyinna akka gulloo sibiilaatitti mata'atti godhaa'a; guraadee Ayyaanaa qabadhaa'a; innillee dubbii Rabbiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fayyiinna akka qoobii sibiilaa mataa keessan irratti gonbsaa, akkuma kana Hafuura Qulqulluu irraa ka argamu billaya, kana'llee dubbii Waaqaa qabadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fayyinna akka gullee sibiilaa keyadha'a; Jecha Waaqaa ka Ayyaanni Woyyichi isinii kennulle akka shallaaga'aa qabadha'a.