Ephesians 6:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhossaa Wongeelaa sodaa malee beessisiisaaf, yennaa ani dubbatiisaaf qophaaye, Waaqi akka jecha anaaf kennu analle'eef daadimadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anale Waaqa kad'ad'a, aka Waaqi, hojja anini dubbachu fed'u, dubbi anini jabeennaani dubbad'u naa kenne d'ossa Odu Dansa mullisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Waaqii yo anin dubbachuu fedhu, dubbii anin jabeennaan dubbadhu naa kenne dhossa oduu dansaa mullisuu, anaallee Waaqaa kadhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkasuma dhossaa Dubbii Nagayaa addaata'atti akka beessisuuf akka afaan kiyya banadhu dubbii akka naa kennu waan kiyyaafillee Rabbiin naa kadhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee akkasuma dhossaa Oduu Nagayaa addaata'atti akka beessisuuf akka afaan kiyya banadhu dubbii akka naa kennu waan kiyyaafillee Rabbiin naa kadhadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhossaa wongeelaa sodaa malee akka ibisituuf yeroo dubbadhutti jecha barbaachisaa akka naa kennuuf, ni kadhadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhossaa Wongeelaa sodaa malee beessisiisaaf, yennaa ani dubbatiisaaf qophowe, Waaqi akka jecha naaf kennu analle'eef daadimadha'a.