Ephesians 6:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleessi keenna Xikiqoosiin jaallatama'aa fi tajaajila hujii Gootta'aatiin addatamaan, waan ani hujiisatti jiruu fi attam akka ani jiru akka beettanu, waan mara isinitti hin hima.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tikikoni, oboleesa keennafi hojattuuni teenna ta d'uga huji Aabbo keesa, odu tiyya ch'ufa isaniti odeesa, aka isani waan anini keesa jiru hubattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka isan waan anin keessa jiru hubattan Xikiqoos, oboleesa keennaa fi hojjataan keenna ka dhugaa hujii Aabbootiif dhugeeffate, oduu tiyya cufa isaniitti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee akkasuma attamitti akka jirru, jireenna kiyya akka beettaniif obboleessi jaalatamaanii fi Goofta'aan hojjataan amanamaan Tikiqoos waa maraa isinitti hima.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinnillee akkasuma attamitti akka jirru, jireenna kiyya akka beettaniif obboleessi jaalatamaaniif Goofta'aan hojjataan amanamaan Tikiqoos waa maraa isinitti hima.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleessi keenna ka jaalatamee fi hujii Gooftaa keenna Yesus Kristosiin tajaajilaa amanamaa ka ta'e, Tikiiqoos akkaataan kiyya attam akka ta'ee fi maal akka hojjadhu'llee, waan maraa isinitti ni hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi keenna Xikiqoosiin jaalatama'aa fi tajaajila hujii Gootta'aatiin addatamaan, waan ani hujiisatti jiruu fi attam akka ani jiru akka beettanu, waan mara isinitti hin hima.