Ephesians 6:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti martinuu attam akka jirru akka beettanuu fi akka isin jajjabeessuuf, isa gara keessan erga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini isa gara keesani erga, aka waan nuuni ch'ufti keesa jirru inni isani beesise garaa isani jabeesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka waan nuun cuftii keessa jiru innii isan beesisee garaa isan jabeessu anin isa gara keessan erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti gara keessan erguuf, waan nu keessa jiru akka isinitti himuu fi akka isin jajjabeessuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti gara keessan erguuf, waan nu keessa jiru akka isinitti himuuf akka isin jajjabeessuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf nu'u attam akka taane akka beekittanii fi isin'llee akka jajabeessuuf jechu'uun, isa gara keessan ergeenii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti martinuu attam akka jirru akka beettanuu fi akka isin jajjabeessuuf, isa gara keessan erga.