Ephesians 6:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaadhi Waaqaa worra Goottaa keenna Yesuus Kiristoos jaalala hin banneen jaallatu maraaf te'uu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eebiti Waaqa nama Aabbo Yeso Kristo guddo jaalatu ch'ufa woliini tahinna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eebbitii Waaqaa jaalala hindhumanneen nama Aabboo Yesus Kiristoo guddoo jaalatu cufaa waliin taa'inna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin biraa jaalalli hin banne worra isa jaalatan maraa woliin baadhani haa ta'u. Amiin!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin biraa jaalalli hin banne worra isa jaalatan maraa woliin baadhani haa ta'u. Amiin!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala addaan hin cinneen Gooftaa keenna Yesus Kristosiin worra jaalatan maraaf, kennaan isaa ka bilisaa isaaniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaadhi Waaqaa worra Goottaa keenna Yesuus Kiristoos jaalala hin banneen jaalatu maraaf te'uu ti.