Ephesians 6:3 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Dansaan akka siif teetuu fi lafa irra bara dheeraa akka leetu” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kakhuuni suni waan jettu, aka lafa Aabbo Waaqi sii kennu keesati lubbuuni tante d'eeratu jetti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
kakuun sun, “Akka lafa Aabboo Waaqii sii kennu keesaatti lubbuun tantee dheeratu” jetti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee yoo raawwate, «Wonitti marrinuu siif ni ta'a, arddii kanatti'llee umriin kee ni dheerata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dansaan akka siif teetuu fi lafa irra bara dheeraa akka leetu» jedha.