Ephesians 6:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Garbichalle te'ee yookiin ka garbicha hin te'in, hujii dansaa hujeef, Goottaa biraa gatii akka fudhatu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaabad'a, aka Aabbooni nama ch'ufaa galata kennu, tisseefi balchale, maro huji dansa ta inni tolchuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Aabboon nama cufaa, tissee yokaan balchaa tanaaniillee, marroo hujii dansaa innii hojjatuutiif galata kennuu, qaabadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbichaa ta'ee'e yookaan wolabaan martinuu waan godhu waan mishaa maraa Gooftaa irraa gatii akka argatu waan beettaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garbichaa ta'ee yookiin wolabaan martinuu waan godhu waan mishaa maraa Gooftaa irraa gatii akka argatu waan beettaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garbichi'llee ta'ee Gooftaa tokkoon tokkoonuu hujii mishaa hojjateen, Gooftaa isaa irraa gatii isaa ka fudhatu ta'uu ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garbichalle te'ee yookiin ka garbicha hin te'in, hujii dansaa hujeef, Goottaa biraa gatii akka fudhatu hin beettan.