Esther 1:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri inni d'ugeefate guyya ch'ufa yaame gorsa iraa fud'atu kana: Karshena, Admatha, Shethari, Tarshishi, Meresi, Marsena ammalle Memukani. Worri kunini torbaani lafa Ajemitiifi ta Mediti mataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri hennaa maraa isa gorsan Arqeesiyoos, Sheetaar, Admaataa, Taarshiish, Meerees, Maaleesi'aar, Maamukaan jedhaman bulchiinsa mootummaa isaa keessatti worri baallii gugurdaa qaban torban worra baallii gugurdaa qaban ka Meedooniitii fi ka Faaresii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beekkoleen mootichi yennaa mara woliin mari'atu qondaaltota Faaresiitii fi Medoonii torba worra mootummaa keessatti baallii guddoo qabanu Karshenaa, Shetaar, Admaataa, Tarshiish, Meres, Marsena'aa fi Memukaan.