Esther 1:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guyyuma kana nad'eeni worra gugurda ta lafa Ajemitiifi ta Medi keesa jirtu, yo waan hayyitiini taate d'ageetu, d'iirsoole ufiiti haasofti. Nad'eeni fulla ch'ufa d'iirsoota ch'eera foko d'abdeefi d'iirsootileeni iti dallanti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baallii qaban ka mootummaa Faarisiitii fi Meedoonii dubartoonni waan mootittiin tun goote yoo dhagayan adhuma uduu aduun hin dhiine abbaa manaa ufii irratti uf jajuu jalqaban; dubartoonni biyya keessatti argaman abbaa manaa ufii kabajjuu hin dhiisan. Abboonni manaatii fi haawwonni manaa wol loluu isaaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartooti qondaaltota Faaresiitii fi Medoonii worri oduu giittittii tanaa dhage'ane, adhuma tana akkuma isiin jette, isaanille dhirsoota ifiitiin hin jedhan; dubartooti biyyaa martinuu dhirsoota ifiitiif ulfinna kennuu lakkisanee, dhirsoota ifii woliin wol hin lolan.