Esther 1:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee hayyicha, yo sii taate, aka Vashtiini deebite si dura inejinne seera kanke baasi. Ammalle seera kana ha aada lafa Ajemitiifi ta Medi keesati t'aafani, aka deebiani garingalchine. Duuba fulla isii niiti d'ibi ta isi ira ch'eeraafi foko qabdu hayyiti tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii kiyya! fedha kee mishaa yoo ta'e, murtii ammaa achi mootittiin Asxiin afoo kee dhiyaachu'uuf akka hin eeyyamamne mudhisu labsi'iin nuu dabarsi. Murtiin kunillee sirimaa ka hin jijjiiramne ta'ee bara baraaf akka jabaatu seera Faarisii fi Meedoonii keessatti akka barreeffamu ajaja nuu dabarsi. Ulfinna mootittii Asxiiniillee dubartii biraa ta isii irra woyya'aatii kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootii keenna! Yoo fedhii teeti teete, giittittiin Waashit si mooticha Ahashiweros dura akka hin dhikaanneef, ajaja baasiitii seera Faaresiitii fi Medoonii ka jijjiiramuu hin dandeenne keessatti barreessi; giittummaa isi'iille dubartii isii caaltu ta dhibi'iif kenni.