Esther 1:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo seera kanke kana lafa atini fiddu ch'ufa keesati d'agayani, nad'eeni d'iirsoota isiiti saalfatteefi fokifattiifi, ato d'iirsooti dureesa yokhaani hiyyeesa taatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajanyi mootichaallee badhinna mootummaa isaa maratti hennaa himame dubartoonni maruu abbaa manaa ufii dureessaa fi hiyyeessa uduu hin jenne kabajjan.» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ajaji keeti mootummaa teeti badhoo tana duudii keessatti yennaa himamu, dubartooti martinuu, kun dureessa kun hiyyeessa adoo hin jedhin dhirsoota ifiitiif ulfinna hin kennan» jedhe.