Esther 1:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa inni fidu ch'ufati qonqo erge, ta t'aafifi afaani lafa sunitini qorani, waan jed'e, D'iirti ch'ufti ha nad'eeni ufii mohatte worra ufii fiddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootichi ajaja, «Abbaan manaa martinuu mana ufii irratti abbaa worraa ta'ee mirga mana ufii ajaju'uu haa qabaatuu!» jedhu afaan maraa fi akkuma seera bareeffamaatiin qophaayee gara biyya maraa akka ergamu godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Ahashiweros barreeffama, «Abbaan manaa martinuu mana ifii irratti bulchaa te'ee, afaan kolbaa ifii dubbatuu ti!» jedhu, kutaa biyyaa tokko tokkoofuu akka isaan itti barreeffatanutti, kolbaa maraaf afaan isaaniitiin barreessee, kutaa biyya mootummaa ifii maratti erge.