Esther 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni haga jia jaa ch'ufa durooma hayyooma isaatiifi ulfinna guddinna isaa biyya garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinna qabeenna mootummaa ufiitii fi ulfinna guddaa gaachena ufii ji'a jahaaf isaanitti mudhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni guyyaa dhibbaa fi saddeettama guutuu, qabeenna guddaa mootummaa ifii, arnyaa fi ulfinna ifii mudhise.