Esther 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni hayyuuni jila d'ibi tolche, nama dira Shushani ch'ufa, dureesafi hiyyeesale wolti yaame. Jila suni haga guyya torba, ballinna oobru keesa, d'aatu mana hayyichati tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa haga guyyaan kun raawwatame Gimbii Suusa'aa keessatti banii argame maraaf hiyyeessaa fi dureessa maraaf mootichi hulee biqiltuu mana mootichaa keessatti guyyaa torbaaf affeerraa biraa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Ahashiweros worra qachaa Suusaa ka dalleya dhaka'aa qabu keessa le'u, gudda'aa fi diqqaa mara, mana mootummaa ifii keessatti badhinna oorru'uun marfametti, jila jilisee guyyaa torbaaf waame.