Esther 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daad'i muduunu worqi, ta aka akati naqani namaa qoodani, hayyichileeni woma inhambimne, akuma dansaa daad'iini nama quufse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti dhuganillee meeshaa worqi'ii ka adda addaatiin qoodama'aa ture; daadhiin woyini'ii ka mootichaa haguma kennaa mootichaatiin baay'ee guddaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi daadhii woyni'ii ta mootumma'aa bacaa waan qabuuf arjoomee, muduunuu adda addaa ta worqii irraa hujanteen namootaaf akka qoodanu godhe.