Esther 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni seera baase waan hojattu isaatini jed'e, Irreeni injirtu, ammo nami ch'ufti haga fed'u ha d'uge quufuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi akkuma fedha nama maraa akka godhan ajajoota manaa waan ajajee tureef namni martinuu haga ufii barbaadu dhuguu hin danda'a ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama tokko tokkoofuu akka fedha isaatitti daadhii woyni'ii akka kennanuuf, mootichi tajaajiltoota ifii mara waan ajajeef, keessummooti martinuu haga fedhane unane.