Esther 10:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jabdu nama mamsiiftu ta inni tolcheefi aka inni Mordekai guddinna kennele, layu kitaaba hayyoota Medifi Ajemi keesati t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti gugurdaan inni godhee fi maalachiisaan marti Mardokiyoosiin akkamitti akka kabajjee attamiin akka gara baallii gudda'aatii fi ulfinna gudda'atti isa geesse seenaan himu Kitaaba seena'aa ka Meedooniitii fi Faaresii keessatti akka barreeffamu taasifameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni guddoon inni hunnaa fi jabeenna ifiitiin huje martinuu, mootichi attamiin akka Mordekaayi nama beekkamaa godhelle, kitaaba dabarsii mootota Medooniitii fi Faaresii keessatti barreeffanteerti.