Esther 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isiini gorsa Mordekai gula gosafi worra isiile d'ofate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Mardokiyoos akka waan kana hin dubbanne isii ajajee tureef Asteer banii ufiitii fi gosa ufii hin himanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi waan dhooggeeruuf, Asteer nama biyya kamiitii fi maatii kamii akka teetee hin mudhinne.