Esther 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mordekaiini guyya ch'ufa d'aatu mana dubartii taani keesa jirtu kaaniini mara, aka waan Estani keesa jirtu hubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mardokiyoos nageenna Asteeriitii fi waan isi'ii ta'u beeku'uuf guyya guyya'aan kolba mana dubartoota filatamaniitiin asii fi achi deddeebi'a'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi nageya Asteerii yookiin waan isii irra gewu beekiisaaf, guyyuma guyya'aan badhinna mana dubartootaa dura asii fi achi deddeebi'aa ture.