Esther 2:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isiini toko tokooni mana iti galtu kaani baate gara mana hayyu deemtu, woma feetu keeyatte deemtiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka aadaa kanaatiin bareedduun gara mootichaa seenti ture. Mana dubartootaatii gara mana mootichaa fidu'uuf waan isiin barbaaddu maraa kennaniif turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mana dubartootaa keessaa waan isiin barbaaddu mara kennaneefii, gara mana mootumma'aa dhaquu dandeetti.