Esther 2:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini galgala gara hayyu deemte, boriyya diirama mana nad'eeni d'ibi, ka Shaashgazi sangichi qorqoratuti galchani. Duuba isiini iti deebite fulla hayyuti indeebitu, yo inni isi jaalate maqa isii d'ae yaame male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galgala gala'aa turte; hennaa bari'u deebitee gara mana dubartootaa ka biraa ka lammeesso'oo gara tajaajilaa mootichaa ka mata galtoota eeguu gara Sha'ashgaazii dhufa'aa turte. Yoo mootichi ka hin jaalanne ta'e, yoo ka maqaa isi'iitiin hin waamne ta'e, sanii achi gara mootichaa hin deebitu turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galgala mooticha woliin rattee, boruyyaa ganama gara mana dubartootaa ka lammeesso'oo ka Sha'asgaaziin guneessichi mootichaa gursumeeyyii itti eegu dhaxxi; mootichi isi'itti gammadee maqa'aan yoo isii hin waamamin, gara isaa hin deebitu.