Esther 2:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni dubra taani ch'ufa ira isi jaalate. Isiileeni dubra taani ira isa gammachiifte. Inni ruufa hayyuma mata isii ira kaye, fulla Vashti isi hayyiti tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi durba maraa caalaa Asteeriin jaalate. Isiin ija isaa afo'otti durba maraa caalaa gaachenaa fi jaalala argatte. Gulloo ulfinnaa ka mootummaa ufii mataa isi'iititti gonfee bikka Asxiinii isii moosise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi durra taan caalaa Asteer jaalate; isiin durra san mara keessaa isa duratti fudhatama dhaggatte. Maarre mootichi kallacha mootumma'aa itti keyee, addee Waashitiititti akka isiin giittii teetu godhe.