Esther 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi jaallabafi makala isaa ch'ufa yaame, Estaa jed'e, Jila guddo tolche. Inni maro jila sunitifi jed'e, oolma biyyaa kenne, ammalle waan guddo baase wo namaa qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi ulfinna Asteeriitiif gorsitootaa fi tajaajiltoota ufii ka baallii qaban maraaf guyyaa torbaaf affeerraa guddaa godhe. Biyyoota bulchiinsa isaa keessa jiran maraa keessatti ayyaanni gammachuu gudda'aa akka ayyaanteffamu labse; mootichi haguma arjummaa ufiitiin kennaa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi ulfinna Asteeriitiif, namoota gugurda'aa fi qondaaltota mootumma'aatiif areertii guddoo qopheesse; kutaa biyyaa maratti guyyaa jilaa lassee akka arjummaa ifiititti kennansa namootaaf kenne.