Esther 2:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gorsa Mordekai gula Estani gosafi worra keesaa d'alattele namati himu didde; wonti akanatiifi Estani, akuma gaafa ijoolluma dubbi Mordekai saalfatte gula deemte taani, dubbi isaa gula deemte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asteer nama Ayihuudi'ii akka taate uf hin himne turte. Mardokiyoos kana eennuttillee akka hin himne sirri'itti itti himee uf eeggachiisee waan tureef. Isiin hennaa daa'imumma'aa isa harka hennaa jirtu, akkuma waa maraanuu isaa ajajama'aa turte, ammallee waan kanaafillee hin ajajamteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Asteer Mordekaayi yennaa isii guddise isaaf ajajamaa waan turteef, gorsa isaa hordofiisaaf, akkuma inni isi'itti hime, nama biyya kamiitii fi maatii kamii akka teete hin mudhinne.