Esther 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mordekaiini mala worra d'agaye hayyititi hime, isiini waan Mordekaiini jed'eeni hayyichati himte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mardokiyoos akka isaan waan kana yaadan dhagayee mootittii Asteeritti hime; isiinillee dhossaa kana maqaa Mardokiyoosiitiin mootichatti himte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi ammoo mala dhowame kana beekee, giittittii Asteeritti hime. Isiille akka Mordekaayi mala dhowame kana beeke mootichatti hinte.