Esther 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi toko, ka Mordekai jed'ani, ka gosa Yahuditi, dira Shushani jira. Balbalti gosa isaa Benjamini, inni ilma Shimei, ka ilma Kishi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Qiisii Ayihuudichi, ilmi Saame'ii, ilmi Iyyaa'irii ka Mardokiyoos jedhamu Biiniyaamtichi gimbii Suusa'aa keessa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san gosa Beniyaaminii keessaa Yihudichi tokko abuuboon Qiishii, akaakoon Shiimi'aayii, ilmi Yaa'iirii Mordekaayi qachaa Suusaa ka dalleya dhaka'aa qabu keessa jiraayyu.