Esther 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Nebukadrezani, ka hayyu Babiloni, hayyu Yuda ka Yekonia jed'anifi nama garile woliini Yerusalemu keesaa boojie, Mordekaiini worra boojiani suni keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee nama mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoor Yerusaalemiin keessaa mootii Yihuuda'aa Ikooniyaaniin woliin, worra booji'aman booji'amtoota woliin booji'ame ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni namoota mootiin Baabilonii Nebukadnezaar mootii Yihuda'aa Yikoniyaa woliin Yerusaalemii booji'e keessaa tokko.